◐ Shell
reader mode source ↗
Jump to content
Wikipedia irraa
Salfarii

Mallattoon keemikaalaa salfarii ykn Waalgaa gabatee piriyoodii keessatti S dha . Lakkoofsi atoomiwaa isaa 16 dha. Kana jechuun atoomiin salfarii tokko pirootonii 16 of keessaa qaba.